Hunde Baddaa Baalee

Ajaa'iba Ethiopia

Ajaaaiba Ethiopia biyya hojjattoonni bilisa biyaaf hojjattu biyya tola ooltummaaaf garraamumman baayyatu biyya itti lammiileen biyya ofii jaallatu I garuu Kan si ajaa’iibu sirna dhufaafi darbaa keessa Kan isiif ta’uu hin argamu Ummanni garraamin kun hundi sirana 1f ergamu biyya jijjira jedha gaafa dura filamu biyyi gaduma deema takkaa hin jijjiramu ati biyyaaf hin taatuf Isa mormuuf dirqama Si’a takkaa qabates oowifate gadhiisuuf hin sardamuu kana hedduutti lolaan biyyinuu haa diigamu biyya Ethiopia mootuummaa malee Ummanni isii hin komatamuu Ethiopia ttii lammiileen biyya ofii jaallata wanti fedhe Yoo dhufe biyya ofiitif dhaabbata Waraanni mindaa hin qabu bilisa biyya hojjata Raayyaa hanga milishaatti tola ooltummaf dhaabbata garu Kan si gaddisiisu humna garraamii kana hunda party tokkat ergata dirree siyaasaa dhiphisee kophaa isaa taphata umri isaa guutuu aangoo gurbaa jiraata ifii dandeetti hin qabu biyya diigaa hojjata nama isa morme hunda waan fedhe itti hojjata lammiileen jiruu dadhabaa gadi dhiisee baqata wanti guddinna dhoorkee biyyarraa nu hambise biyya teenna guddinna dhoorkee biyya Keessaa salphise mootummaa mancaayuu wajjiin Rabbiin biyya teenna rakkise warra dandeettuu hin qabne Kan gara aangootti fiigu Isa biyya jaara jechaa biyya birkiitti diigu warra dimookiraasii caalaa abba irrumaat amanu warra imaana nyaatu warra biyya isaa ganu Hundee Baddaa Baalee
10/01/2026

← Gara Fuula Walalootti Deebi'i