Hunde Baddaa Baalee

Shokkolaataa sheekkotii

Shokkolaatan sheekkotii gayyate Baale keessaa mootunma faarsina jettee bulaa gayyafti of keessaa Haabuli bulaa bule Kan Bulee sunfa San keessa ni kijibaanii dhiiroo tarsa’ee ofirra bobbaasa Haa faarsu faaraa farsoo fasaamiin farsee bulaa Eessaa dhuftelle hin beeynuu footaan gad yaatee golaa Randa laft gaddiree Abiyyi faarsaa oola shoshoowiin shookaa nyaatte sheekummaa maqaa baattee shaashii gurmuu buufatte koofiyaa marxifattee shookkan mataa dhagaraa sheekkotii maqaa nyaatte Shaambal sheekkota baalee shawwisaan mataa shuuraa seenaa shaaramee kufe shaanqillaan guurtee huuraa Abiyyi faarsaa oolalti lafa dhiphifte duuraan Hundee Baddaa Baalee
10/01/2026

← Gara Fuula Walalootti Deebi'i