Hunde Baddaa Baalee

Bareedduu Jimmaa

Gaaf tokko asii ka'ee ……….passport muradhe immigration deeme …………fiizaallee dhahadhee pirsosii fixee …………………tikkeettii muradhe Xiyyaara yaabbadhee ……….canadaa qubadhe magaalaa keebadee ……..guddoo bashannane otoo miilan deemuu ……..dadhabee harganee mana viilla tokko …………fageenyaa milladhe achiin itti goree …..,..........waadiqqo boqodhee bareedduu oromoo 1……..achitti argadhe Akkam jirta jedhee ……….nagaha gaafadhee akkuma nagarteen ………….kaatee nasimattee Akka waan beeytuu …………jigdee nat maratte ofitti naqabdee …..,..............baga dhufte jettee goota baddaa baalee ………….jettee nat seeqatte gurrat nahasaaftee………………akkana naan jette an duruu si beekaa ……………. baayyee si jaaladhe Nama jiru keessa ………………suma caalchifadhe anuu carra qaba…………………baga si argadhe akkam jirta gurbaa …………..leenca Baddaa Baalee goota gootummaan saa ……….Nama hunda caalee si arguuf gaammadee ………….gaheen of walaalee ajab Hojii Rabbii!..................jechaa na simatte bakk sanaa fuutee ………manat naangalatte Amma takka jedhee …………qillensa fudhadhe bareeda manashee ………….takka mimilladhee maqaa isiit dabalee …………..biyya isii gaafadhe deebii isii eeggachaa ………….ija kees daawwadhe simee naan jedhanii …………….biyyi kankoo jimmaa seenaa kiyya guutuu ………….dableen siif hima jettee ofiin boonaa……………..yoo isiin jammartee qalbiin Koo barriftee……………jimmatti naan galte lafa quufaa fi Badhaadhaa.…Kan bunni Akka bishiinii jimma biyya jaalalaa …………biyya dammaa aananii biyya gaarummaf namummaan……..keessatti biqilte kan quufaa Badhaadhni……….keessa maandheffate Kan hayyuummaaf gamnumman…keessat ijaarratee biyya abbaa jifaar ……………..Kan Rabbii eebbise maal qaba ottoo Rabbii geesse achitti na hambisee jechaa anaa qalbiin badee ……………yaani fageessite hundee Koo jette simeen………….ana dammaqasite edaa gidduu kanat simeen……waan baayye na himte waan isheen natti himte……….ani waan baayyee hin dhageene Kan isiin booddee natti himte garuu ……waan an takkaa hin eeyne baguma naa dhufte leenca Koo…..sanyi waaqoo guutuu ani sitti heerumuu fedhaa ……..ati hoo nan fuutuu? akkas naan hin jennee ………….afaanii baafatte haata'uutii qalbiin Koo ………yaada ishee hubatte waan garaa ishee hin duubattu….safuutuu sakaalee aaadaf safuu warra ishee………ani yoom wallaale kanaaf yaanni ishee ……..akkasumaan naaf gale gurra Koo amanuu dadhabe …..gaafa isheen akkas naan jettu ana qofa mitii ……………warri koos si jaallatu mana keenna keessat ………..waan kee Wal gaafatu kanaafuu amma ka'een ……….wal isin garsiisaa gaaf naan jettu miili ishee………akka allattii barrisa kochoon barristee hin beekuu ………..gaafa isheen gaddeebituu maatinis Wal duukaa dhefe ………Kan walirra ijjatu maatiituu maatiidhaa abboo ….maatii Rabbii eebbise harka isaati faayee Rabbiin ……semei jala gadhiise Akka aadaa orommotti……..tolchanii na simatani aadaaf duudhan isaanii ……..qalbii nama hawatanii maashina dhaabee hin beekuu marqa buna hoo maaltu danfise tarii simeetu harka ishee bareedaa sana gubbaa harkise Akka walfaana dhufetu baayyee na ajaa’isisse keessummoomi guyyaa Sana oromiya nayaadachise qaaman kanada Jira yaadan jimma qubsiise gidduun abbaan shee…akkas naan jedhanii Kan fardaan barbaadan……….lafoot argatanii jedhanii Yoo mammakan ……fulli isaanii ni hanga'e anas onnee Koo utaalee………simee gubbaa na bu'e simeen dhuguma simee ……akkuma maqaa isee ni bareeche Yoo jette rabbi ……maaluma itti hambise simeen magaala furdoo …….diqqoo abbashee fakkati kuula afaan booraa ………Nama Keessaa mullati ni hanga'a fuulli ishee nuural een fakkata mishiq jedhe ilkaan ishee Akka aananii addata filfiilii kaarrun shee fageenyarraa mullata bushunqura baaqulaa ….boci ishe qalbii si hata bilillee morma lookoo………iji ishe Nama hata damma nadhii bullbula……miilli diqqoo wayaa jalaa mullata arruma naa dabr jecha anaa gammachuu fagaatee yemmuu lafaa utaaluu ……….edaa lafti bariite oh sorry 😔🤣🙏 Hundee Baddaa Baalee
10/01/2026

← Gara Fuula Walalootti Deebi'i