garaagarumman beekaa fi beekamaa maali
bekkamaani
follow milliona galuuf
dhaloota burjaajessa
aadaaf safuurra darbee
Ummata isaa ajeessa
bakka hin mallee dhaabbatee
lammii maqaa balleessa
ajandaa uumuf jedhee
dhaloota walitti buusaa
barbaacha giiftii tiktok
Akka bineessa yuusaa
gurra ummataa argachuu
amantaallee gadi dhiisa
beekan faallaa kanaa
ummata ofii dhaabata
bana baruumsaa jaaree
dhaloota barsiifate
safuu fi duudhaa isaa tiksee
aada ufii guddifta
Yoo lammiin walitti bu’ee
dubbatee araarfata
rakkinba Namaa hin dandahu
bakka isaa dhukkubsata
egeree lammi muteessu
halkanii guyyaa hojjat
beekamaan 60M nitii fuudhe jedhe dhaloota burjaajessee qalbii qore
beekaan immoo 60M mana Barumsaa ijaaruun dhaalootaaf f ifa bane Abdii hore.
yartuu hedduu Lammii ofii diinagdeen caaltee olaanttummaa Agarsiiftee badhaatee jiraachuu feeti!!
10/01/2026