Hunde Family App
Hunde Family appiin qunnamtiidhaaf uummame dha. Hanga ammaatti design gochaa jirras yaaliidhaaf jecha asirratti fe'ineera. Yoo sitti tole buufattee yaaluun waan si mudate nuuf qooduudhaa gumaacha godhi!
App Buufadhu (APK)Qajeelfama Fe'insaa (Installation Guide):
- Button "App Buufadhu" jedhu tuquun APK buufadhaa.
- Yeroo fe'an (install) "Unknown sources" yoo isiniin jedhe Install Anyway jechuun eeyyama kennaa.