Galmee Jechoota
Hiika jechoota Afaan Oromoo fi ibsa isaanii bal'inaan asitti argadhu...
Jechoota Ilalli →
Ani Hundee Baddaa Baalee ti. Content Creator fi Walaleessaa dha. Ammas, Dhimmoota akka siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa irratti niin hojjadha. Social media irratti Dhimmoota akka Seenaa Oromoo, Walaloo, fi Yaadaa dhuunfaa qoodachuun beekama.
Hiika jechoota Afaan Oromoo fi ibsa isaanii bal'inaan asitti argadhu...
Jechoota Ilalli →Walaloo Baay'ee asii argachuu dandeess...
DubbisiQorannoo fi hubannoof...
Dubbisi
▶
Viidiyoolee haaraa fi kofalchiisoo daawwachuuf linkii armaan gadii tuqaa...
Viidiyoolee Ilaali →Walaloowwan adda addaa dubbisuuf mata-duree barbaaddan filadhaa:
Mee waa sigaafadhuu lammii koo, gaafa biyyarraa baatu galaa kee qopheeffatte...
Guutuu Dubbisi →Ani silaa ni godaanaa godaansi naaf hin mijjatu, bakka ta'uu qubachuuf jireenyi nan simatu...
Guutuu Dubbisi →Ajjeefamaaf dhiphattee guddoo garaa hammaatte Ajjesan ammo eennu san hoo ni irraan fattee..
Guutuu Dubbisi →An keessi koo artistiidha Garuu hidhaaannoon koo mangistiidha Olkaii shubbisi na godha Shubbisnaan seerri higgiidha..
Guutuu Dubbisi →Ani qotadhee nyaadha dachii tatarsaasee Koobiicha findigee raaree babaqaqsee Kaachaa garagalchee giciiccaa buqqisee...
Guutuu Dubbisi →Aayyoo fi Abboo kiyyaa Akkam nagaa jirtuu hunduu duubat haa hafuu isin..
Guutuu Dubbisi →Dhageessanii Yaa pp! B fi P sirraa waladhahe Ta’a malee an tana hinbeeku Jawaar fi marroon Yoo waliin galan Sirna pp ni diigu ..
Guutuu Dubbisi →Anaa nyaatu aabichuu! Gaafa lola juntaa aabichuu ni azaane..
Guutuu Dubbisi →Dr Gammachuu Magarsaa gooticha jaarraa kana, Hayyuu argaa dhageettii...
Guutuu Dubbisi →wanti siif galuu qabu Buchoo ilma Tasfahee! Kaayyon qabsoofnef kale Yoom itti nuuf milkaahe..
Guutuu Dubbisi →Qabsoo qabsoo jechaa asiif achi kaattu, bara dhufaaf darbaa bosona keessa yaatuu...
Guutuu Dubbisi →Gaafa dambii baala baase Odaarrati gooba kaase keesummummaa wallaalee ofittummaa hasaase kopheen itti ijjate hargufee jirma raase ...
Guutuu Dubbisi →Kuni gooticha jaarraa Kanaa General Marroo Dirribaati...
Guutuu Dubbisi →Harmee mucaan kee abdii muratee ra, mucaan kee qallaan sun inni ati jaallattu boru guddatee Nama ta’aaf inni ati Abdattu..
Guutuu Dubbisi →Kenni jennaa hagami demmi jennaan garamii ...
Guutuu Dubbisi →Gaaf tokko asii ka'ee ……….passport muradhe immigration deeme …………fiizaallee dhahadhee...
Guutuu Dubbisi →Anatu siif beeka natu sibilisoomsaa natu siguddisaa anatu si misoomaa mataansaa gabrummaadha namana ni dhageessaa..
Guutuu Dubbisi →Shokkolaataan sheekkotii gad yaatee Baale keesseessaa ..
Guutuu Dubbisi →Ajaa'iba Ethiopia biyya hojjattoon ishee bilisaan biyyaaf hojjattu ..
Guutuu Dubbisi →Beekkamaan follaw miliyoona galuuf ummata bujaajessa..
Guutuu Dubbisi →Waaqatu Guutuu eennu? Waaqoo Guutuu Gootota Oromoo Baalee keessaa 1 yoo ta'uu...
Guutuu Dubbisi →Seenaa iraan qopheessan Hasa (nuura baalee) Seenaa qarroominaa pershiyaa duri...
Guutuu Dubbisi →Seenaa gootota fi aartistoota Oromoo.
Aadaa, Dudhaa, fi Muldhata Oromoo.
Sirna Gadaa fi Caasaa Mootummaa Oromoo.
Qorannoo adda addaa seenaa ilaalchisee.
Ilaalcha dhuunfaa dhimma adda addaa irratti.
Dhimmoota yeroo fi xiinxala hawaasaa.
Barruulee bal'inaan dhimma irratti dubbataniif.
Ani Hunde Baddaa Baalee ti. Content creator fi Walaleessaa dha. Dabalataan social media irratti qabiyyee garaa garaa uumaa. Dhimmoota akka Hawaasummaa, siyaasaa fi diinagdee irratti bal'inaan hojjadha. Content Creation, Video/Audio Editing, fi Qorannoo Seenaa irratti xiyyeeffadheen hojjadha.