Hunde Baddaa Baalee

Beekaa fi Beekkamaa

garaagarumman beekaa fi beekamaa maali bekkamaani follow milliona galuuf dhaloota burjaajessa aadaaf safuurra darbee Ummata isaa ajeessa bakka hin mallee dhaabbatee lammii maqaa balleessa ajandaa uumuf jedhee dhaloota walitti buusaa barbaacha giiftii tiktok Akka bineessa yuusaa gurra ummataa argachuu amantaallee gadi dhiisa beekan faallaa kanaa ummata ofii dhaabata bana baruumsaa jaaree dhaloota barsiifate safuu fi duudhaa isaa tiksee aada ufii guddifta Yoo lammiin walitti bu’ee dubbatee araarfata rakkinba Namaa hin dandahu bakka isaa dhukkubsata egeree lammi muteessu halkanii guyyaa hojjat beekamaan 60M nitii fuudhe jedhe dhaloota burjaajessee qalbii qore beekaan immoo 60M mana Barumsaa ijaaruun dhaalootaaf f ifa bane Abdii hore. yartuu hedduu Lammii ofii diinagdeen caaltee olaanttummaa Agarsiiftee badhaatee jiraachuu feeti!! Hundee Baddaa Baalee
10/01/2026

← Gara Fuula Walalootti Deebi'i