Dhageessanii Yaa pp!
B fi P sirraa waladhahe Ta’a
malee an tana hinbeeku
Jawaar fi marroon Yoo waliin galan
Sirna pp ni diigu
biyya ammoo ni erguu
Jawaar WBOn walii galee
TPLF fi faanno walitti dabalee
Biyya diiguu jettee
Kan yaadni mataan si nyaate
Qubee B fi P kanatuu
Tarii Wal sitti fakkaate
B fi P sirraa waldhaha malee
biyyaaf pp ‘n gargarii
fedhiin tophiyaanataa
Pp diiguuguudha tarii
Kan isaan Walitti fidee
Dhiifama biyyaa isaaniiti
Akkamit nagaa buusna
Wa-lmarii fedhaniiti
Ilaafii ilaaameedhaan
Civil war hambisu
Harka wal-qabatanii
Biyya ofii ceesisuu
Isi ammoo
Wanti isin dhipattanii
Coggarran isin ka’eef
Argaalle dadhabdaanii
Mataan isin iita’eef
Wal waraansa qomootiif
Nagaadhabuu biyyattiif
Kufatii diinagadeetif
Qalahiinsa jireenyaatif
Dhumaatii Lammiilee
kuma meeqaatamatif
biyyarraa baqachuuf
Abdii muruu dhalootaaf
isintu Sababa ta’e
kanaaf
garaa kaasaf albaasan
nafaa isinit ka’e
Jarri bar itopinotaa
biyya ofii akkana jaaltuu!
waan biyya isaanitiif hin tolle
Akka gaariit hubatu
Waan biyya diigu buqqisuf Malee Kan Inni fiigu
Diguumsarraa oolchuf malee
Lammiin biyya ifii hin diigu
Feetu dhukkubsadhu
Yoo feete maraadhu
Yoo feete offannisi
Feetu biyyee nyaadhu
Feetu hinaafan dhoohee
Mataan si ajaaha
Malee hireen biyya Ethiopia
Tophiyaanotaan Murtaaha
Abban fedhe hinaafan
argaallee haadadhabu
malee lammiin tophiyaa hundi
wal-mari’achuu qabu
malaafi marii male
jibbaaf gadoon nunbaasuu
Kan walmarii keenna jibbu
Rabbiin nurraa haakaasu
10/01/2026